Skip to content Skip to sidebar Skip to footer

(Download) "DHUGUMA BISHAANII FI HAFUURATTII LAMMAFFAA DHALATTEETTAA?" by Paul C. Jong ~ Book PDF Kindle ePub Free

DHUGUMA BISHAANII FI HAFUURATTII LAMMAFFAA DHALATTEETTAA?

📘 Read Now     📥 Download


eBook details

  • Title: DHUGUMA BISHAANII FI HAFUURATTII LAMMAFFAA DHALATTEETTAA?
  • Author : Paul C. Jong
  • Release Date : January 05, 2020
  • Genre: Christianity,Books,Religion & Spirituality,
  • Pages : * pages
  • Size : 953 KB

Description

Ijoon dhimma mata duree kanaas, "lammata bishaanii fi hafuurattii dhalachuu" dha. Innis dhimma kana irratti isa jalqabaa ta'uu isaa ti. Jecha biraadhaan, kitaabni kun lammata dhalachuun maal akka ta'ee fi akkammitti bishaanii fi hafuurattii akka dhalatamu, akkaataa Macaafa qulqulluu keessatti keewametti nutti hima. Bishaanichi kan inni bakka bu'uu, cuuphaa Yesuus Yordaanossitti yommu ta'uu, Macaafni Qulqulluunis Yesuus Yohaannis Cuuphaatiin gaafa cuuphame sanatti, cubbuun keenya hundumtuu akka Isatti darbe nutti hima. Yohaannis, sanyii Luba Aaron yommuu ta'uu, kan inni bakka bu'ees saba hundaa ti. Aaron harka isaa mataa korbeesssa re'ee irra kaa'uudhaan cubbuu Israa'elootaa hundumaa waggaa waggaatti gaafa Guyyaa Araarri buufamutti, gara tuntunichaatti dabarsa ture. Innis gaaddiduu wanta gaarii dhufuuf jiruu ture. Cuuphaan Yesuusis, harka irraa ka'uusanaan kan walfakkaatuudha. Yesuus akkaataadhuma harka irra kaawuutiin, Yordaanositti cuuphame. Akka kanatti cubbuun biyya lafaa hundumtuu karaa cuuphamuu Isaatiin kaafame. Akkasumas, gatii cubbuusanaatiif aarsaa ta'e. Haa ta'u iyyuu malee kirstaanotini baayyeen maliif akka Yesuus Yohaannisiin Yordaanositti cuuphamee, hin beekani. Cuuphaan Yesuus, jecha ijoo kitaaba kanaa yommuu ta'u, akkasumas garee wangeela bishaanii fi hafuuraa keessatti isa baayyee barbaachisaadha. Cuuphaa fi fannoo Yesuusitti yoo amanne qofatu lammata dhalachuu dandeenya.


PDF Books Download "DHUGUMA BISHAANII FI HAFUURATTII LAMMAFFAA DHALATTEETTAA?" Online ePub Kindle